Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa Leenjii Sirna IBEX Milkaโ€™inaan Xumure

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa Leenjii Sirna IBEX Milka’inaan Xumure

Marii abbootii seeraa wajjiin Laangannoo Ijaa Risoortitti gaggeeffamee jira.

Yaa'ii Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee Marsaa 3ffaa sababeeffachuudhaan marii abbootii seeraa wajjiin Laangannoo Ijaa Risoortitti gaggeeffamee jira.

๐†๐š๐ฆ๐š๐š๐ ๐ ๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐‘๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐ข๐ข ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐Š๐ฎ๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง๐š ๐Ÿ’๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š

Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 4ffaa Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa qulqullina, si'aayina fi dhaqqabamummaa qabu mirkaneessuuf,akkasumas haqni hawaasa keessatti akka raawwatamu gochuuf bara hojii kana keessatti xiyyeeffannoo guddaadhaan hojjataa ture gaggeesseera

Mariin Sirreeffamtoota Seeraa Wajjiin Taasifame

Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee Sirreeffamtoota Manneen Murtii Magaalaatiin Murtiin Balleessummaa Itti Kennamee Adabbii Itti Murtaa'ee Raawwachaa Jiran Tajaajila Haqaa Kennamaa Jiru Irratti Mariisiseera.

MMO Magaalaa Shaashamannee

MMAKM Allachee

MMAKM Haruufaa

MMAKM Malkaa Sirbaa

MMAKM B/Gurraachaa

Popular post