Thursday, September 10, 2026
Baga Geessanii !!
^^^^^^^^โโโโโ^^^^^^^
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Maraan Baga Guyyaa Ayyaana Dhaloota Yasuus Kiristoosiin( Qillee) Isin Gahe Jechaa Ayyaanichi kan Nagaa fi Gammachuu Akka Isiniif Ta'u Hawwii Qabu Ibsa.
Ayyaana Gaarii !!
โโโMMAKMHโโโ