๐†๐š๐ฆ๐š๐š๐ ๐ ๐š๐ฆa ๐‘๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐ข๐ข ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐–๐š๐ ๐ ๐š๐š ๐Œ๐š๐ง๐š ๐Œ๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐–๐š๐ฅ๐ข๐ข๐ ๐š๐ฅ๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š

user 14-Jul-2026 MMO Magaalaa Shaashamannee

๐†๐š๐ฆ๐š๐š๐ ๐ ๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐‘๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐ข๐ข ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐–๐š๐ ๐ ๐š๐š ๐Œ๐š๐ง๐š ๐Œ๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐–๐š๐ฅ๐ข๐ข๐ ๐š๐ฅ๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š  ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐’๐ก๐š๐š๐ฌ๐ก๐š๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข ๐†๐š๐ ๐ ๐ž๐ž๐Ÿ๐š๐ฆ๐š๐š ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž ๐Œ๐ข๐ฅ๐ค๐ข๐ข๐ง ๐†๐จ๐ฅ๐š๐›๐š๐ฆ๐ž!

Gamaaggamni Raawwii Hojii  Manneen Murtii Waliigala Oromiyaa hojiiwwan waggaa guyyoota lamaaf Magaalaa Shaashamannetti  Qindeessummaa MMO Magaalaa Shaashamannee fi MMO Godina Arsii Lixaatiin gaggeessaa ture milkiin xumureera.

Gamaaggama Raawwii Hojii Waggaa Mana Murtii Waliigala Oromiyaa kana irratti Hoggansa Sadarkaa Aanaa hanga Mana Murtii Waliigalatti kan hirmaachise yoo ta'u; Gamaaggamicha irratti keessummoota Godinaalee fi  Magaalaa 27 irraa hirmaataniif  Hawaasni Magaalaa Shaashamannee simannaa gaarii taasisaniifii jiru.

      ๐†๐š๐ฅ๐š๐ญ๐š ๐€๐๐๐š๐š
        •••••••••••••••
Qophii kana jalqabaa hanga xumuratti deeggarsaa fi hordoffii nu faana gochuudhaan simannaa gaarii fi kabaja keessummootaaf agarsiiftaniif  Bulchiinsi Magaalaa Shaashamannee fi Godinni Arsii Lixaa gamaaggamichi galma yaadameen milkiin akka xumuramuuf deeggarsa gootaniif Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee maqaa hawaasa Manneen Murtii keenyaatiin isin galateeffanna!!
    
     ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ƒ๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐ญ๐š๐š๐Ÿ

๐Ÿ‘‰Website: www.schcourt.gov.et/court

๐Ÿ‘‰Telegram channel https://t.me/+HHPfi38cVpY2M2Y0

๐Ÿ‘‰Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61550199127005

Related Post

Popular post