Thursday, September 10, 2026
๐ด๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐ ๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
๐ด๐๐ ๐ ๐ 04,2018
๐บ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐Gareen Deeggarsa fi Hordoffii Mana Murtii Waliigala Oromiyaa Kilaastara Jiddu Galeessaa Manneen Magaalaa Shaashamannee guyyoota sadiif gaggeessaa ture xumure.
Daawwannaa kannaanis Manneen Murtii Aanaalee Kutaa Magaalaa Haruufaa, Allachee, Bishaan Gurraachaa fi Malkaa Sirbaa akkasumas MMO Magaalaa Shaashamannee daawwachuudhaan kenna tajaajilaa gama Naamusaa, Tekinoolojii, Karooraa fi Faayinaansiitiin kennamaa jiru daawwatanii jiru.
Website: www.schcourt.gov.et/court
Telegram channel https://t.me/+HHPfi38cVpY2M2Y0Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61550199127005
Gmail: schc@gmail.com