Leenjiin Naamusaa Muudamtootaaf kenname

user 12-Mar-2024 MMO Magaalaa Shaashamannee

Manni murtii Ol'aanaa Magaalaa shaashamannee Ramaddii iddoo Hojii fi Naamusa hojjattootaa irratti marii Abbootii Seeraa wajjiin gaggeesseera.
==================================
Maricha irratti dhimmi naamusaa haalduree tokko malee xiyyeeffannoon guddaan kennameefii tajaajila si'ataa, dhaqabamaa fi haqa qabeessa ta'e hawaasaaf kennuun dirqama hunda keenyaati ergaa jedhu prezdaantiin  MMOL Magaalaa Shaashamannee dabarsaniiru.

Related Post

Popular post