Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 4ffaa Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee Kenniinsa Tajaajila Abbaa Seerummaa Qulqullina, Si'aayina Fi Dhaqqabamummaa Qabu Mirkaneessuuf,akkasumas Haqni Hawaasa Keessatti Akka Raawwatamu Gochuuf Bara Hojii Kana Keessatti Xiyyeeffannoo Guddaadhaan Hojjataa Ture Gaggeesseera