Thursday, June 25, 2026
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Malkaa Sirbaa Marii Koree JBAH Wajjiin gaggeessee
maricha irrattii Raawwii hojii fii kallattii gara fuulduraa irratti qamolee marichaa kanneen ta'an wajjiinn marii bal'aa taasisanii hanqinnaalee mudatan fooyyeessuu kallattii gara fulduraa kaayameera.