leenjiin Naamusaa labsii 215/2011 fi qaje. lakk 22/2015 Hojjettottaa Bulchiinsaa MMAKMBG tiif keenname

user 11-Jun-2025 MMAKM B/Gurraachaa

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa gaafa guyyaa 3-10-2017 leenjii naamusaa hojjatoota Bulchiinsaa mana murtichatiif labsii lakk 215/2011 fi qajeelfama lakk 22/2015 irratti karaa pireezidaantii mana murtii obboo Edaasoo Baamud kennamerra.

Related Post