Baga Ayyaana Cuuphaa Geessan

user 28-Feb-2025 MMAKM Haruufaa

MMAKMH

Baga Ayyaana Cuuphaa Geessan

^^^^^^^^^^^^^^^^^πππ^^^^^^^^^^^^^^

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa hordoftoota amantaa Kiristiyaanaa maraan baga ayyaana cuuphaan isin gahe jechaa ayyaanichi kan nagaa, gammachuu fi milkaayinaa akka isiniif ta'u hawwii qabu ibsa.

Ayyaana Gaarii !!

---√√√√√√√√√√^^^^^√√√√√

 Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa

"" Haqaaf Haqaan Hojjanaa""

"Mana Murtii Aanaa  Kutaa Magaalaa Haruufaa"

Related Post