Marii Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Shaashamanneeย 

user 26-Sep-2025 MMO Magaalaa Shaashamannee

Marii Abbootii Seeraa Manneen Murtii  Magaalaa Shaashamannee  Gaggeeffame.
Adoolessa 08, 2017 Shaashamannee
••••••••••••••••••••••••••••••••••

Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee mata duree Kenniinsa Tajaajila Abbaa Seerumaa fi Naamusa Abbaa Seerummaa jedhu irratti tajaajila hawaasaaf kennamaa jirurratti yaa'ii abbootii seeraa manneen murtii magaalaa shaashamannee marsaa 2ffaa godhamu dursuun mariin bal'aan gaggeeffamee jira. Mariin kunis qulqullina tajaajila manneen murtii yeroo ammaa kennaa jiraniin hanqinni fi ciminni jiru karaa hirmaattota waltajjii irraa ka'uudhaan akkaataa hanqinnoota jiran maqsanii fi ciminnoota jiran itti fuufsisuun tajaajila  kennamaa jiru si'ataa fi dhaqabamaa daran gochuuf hojjatamuu akka qabu kallattiin kaayamee marichi goolabameera.

Related Post

Popular post