Leenjiin naamusaa

user 26-Dec-2025 MMO Magaalaa Shaashamannee

Leenjiin naamusaa Hojjatoota bulchiinsaa MMO magaalaa Shaashamannee hundaaf, qajeelfama naamusa hojjattootaa mootummaa naannoo Oromiyaa qajeelfama 22/2015 fi  labsii 215/2011 fi rakkoo naamusaa qabatamaan mul'atu fi furmaata rakkichaa irratti karaa qindeessaa garee naamusaaf Inispeekshinii MMO Magaalaa Shaashamannee Aadde Meetii Taaddalaattiin kennameera.

Website: www.schcourt.gov.et/court

Telegram channel https://t.me/+HHPfi38cVpY2M2Y0

Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61550199127005

Gmail: schc@gmail.com

Related Post

Popular post