Dhaddacha Dhagaha Halaalaa

user 05-Nov-2025 MMAKM B/Gurraachaa

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa dhaqqabamummaa kenniinsa Tajaajila Abbaa seerummaa Mirkaneessuuf dhaddacha dhagaha halaalaa Aanaa Togaa Woraansaattii bakka Pirezidaantii Mana Murtiichaa Kabajamoo Obboo Edaasoo Baamud argmanittii gaafa guyyaa 26-2-2018 jalqabsiisaniiru Akkasumas Hubannoof akka tolu tajaajilamtoota Mana  Murtii  Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa hundaaf yaada,eeruu fi komii keessan waa’ee kenniinsa tajaajilaa irrattii qabdaniif lakkofsaa Bilbilaa Bilisaa 6902  bilbiluun kennuu akka danda’aan ibsamerra

Related Post