Mariin Sirreeffamtoota Seeraa Wajjiin Taasifame

Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee Sirreeffamtoota Manneen Murtii Magaalaatiin Murtiin Balleessummaa Itti Kennamee Adabbii Itti Murtaa'ee Raawwachaa Jiran Tajaajila Haqaa Kennamaa Jiru Irratti Mariisiseera.

๐†๐š๐›๐š๐š๐ฌ๐š ๐‘๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐ข๐ข ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข Kurmaana 3ffaa

Gabaasni raawwii hojii baatii saglanii (9) Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee, qulqullina tajaajila abbaa seerummaa fi gahumsa murtii kennuu irratti xiyyeeffachuun cuunfaan isaa dhiyaateera.

Hubannoo Abbaa Dhimmaatiif kennamee

    Hubannoo Abbaa Dhimma tiif kennamee

=======================//======================

Hubannoo Abbaa Dhimmaatiif kennuun akkuma itti fuufetti jira.Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa gaafa guyyaa 06/06/2018 mata duree  ragaa sobaa fi himata sobaa haala hirisuun danada'amu akkasumas sirna fi qajeelfama naamusa dhaddachaa irratti hubannoon hooggansa dabalate karaa koree keessummeessaatiin kennamee jira.

Hubannoo Abbaa Dhimmaatiif kennamee

    Hubannoo Abbaa Dhimma tiif kennamee

=======================//======================

Hubannoo Abbaa Dhimmaatiif kennuun akkuma itti fuufetti jira.Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa gaafa guyyaa 06/06/2018 mata duree  ragaa sobaa fi himata sobaa haala hirisuun danada'amu akkasumas sirna fi qajeelfama naamusa dhaddachaa irratti hubannoon hooggansa dabalate karaa koree keessummeessaatiin kennamee jira.

Hubannoo Abbaa Dhimmaatiif kennamee

Hubannoo Abbootii Dhimmaatiif Kenname
==============////===================
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa hubannoo abbootii dhimmaatiif kennuu isaa itti fufeera. Koreen Keessummeessaa Mana Murtiichaa guyyaa 22/07/2018 hubannoo abbootii dhimmaatiif kenneera.
Hubannoon kenname kun haala ragaa sobaa hambisuu danda’amu irratti kan xiyyeeffate dha. Ragaa sobaa kennuun seeraan kan nama gaafachiisu ta’uu isaa akkasumas karaa amantiinis waan hin barbaachifne ta’e ibsameera.
Kanaafuu, yeroo ragaa kennuuf gara mana murtii dhuftanitti soba irraa fagaachuun dhugaa jiru qofa irratti ragaa kennuu akka qabdan hubachiifameera. Akkasumas, namni ragaa sobaa kennu adabbii seeraa akka hordofsiisu beektanii ragaa sobaa kennuu irraa akka of qusattan jechuun hubannoon kennameera.
Akkasumas, abbootiin dhimmaa yeroo gara mana murtii dhufan sa’aatii beellamaa isaanii dura bakka isaanii  qophaa’e keessatti argamuun, beellama isaanii hordofuu akka qaban ibsameera.

MMO Magaalaa Shaashamannee

MMAKM Allachee

MMAKM Haruufaa

MMAKM Malkaa Sirbaa

MMAKM B/Gurraachaa

Popular post