Thursday, June 25, 2026
๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ด๐ฎ ๐ด๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ
โช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธ
Ergaa Baga Geessanii pirezidaantii Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa Kabajamoo Addee Muniira A/Qadiir irra.
√ Baga Qaba sooma amantaa Muslimaa (baatii kabajamaa Ramadaana) bara 1446ffaa baga Nagaan ittin isin gahee,
โช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธ
√baatiin ramadaanaa Kun hawaasa muslimaa birattiif Biyya keenyaa Keessatti
baatii kabajaaf Araaraa,
Jaalalaa fi Nagayaa ta'uun Isaa beekkamadhaa.
√Kanuma irraa ka'uun hawaasni Keenya baatij ramadaanaa kana Keessattii Miira Jaalalaa Gabbisuun, kan wal dhabe waliif dhiisuun,Harka Qalleessaf yatiima Ollaatiif
Waan qaban Irraa Arjoomaf hojii ajiriif eebba, Rabbiin Jaalatu Akka Rawwaatan Ergaa Isaani Dabarsaan.
√Jiini ramadaanaa ji'a Gammachuu,
kan Milkiifi keeyrii ittii dalagattan akka isiniif ta'u hawwina.
โช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธโช๏ธ
~Akkasumas Nagayaan jalqabdan nagaan Iidaa Ramadaanaatin akka geessan hawwii qabu isiniif ibsu Barbaada.
โโHaqaaf Haqaan Hojjanaaโโโ
"Mana Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa"