Thursday, June 25, 2026
Raawwii Hojii Woggaa Hordofee Hawaasni Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Shaashamannee Marii Gaaggeesseen, Dhimma Naaamusa Hojjattootaa Akkasumas Yeroo Kabajuu Fi Kenniinsa Tajaajila Abbaa Seerummaa Wajjiin Wal Qabatee Hawaasni Bal’inaan Yaadota Kaasuudhaan Irratti Mari’atamee Jira. Akka Waliigalatti Iddoowwan Hojii Keessatti Hanqinnoonni Bara Kanaaf Mul’ata Karaa Ittiin Sirreessuu Danda’amu Irratti Kallattiin Kaayamee Mariin Goolabameera.