Kennaa

user 24-Mar-2025 MMAKM Malkaa Sirbaa

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Malkaa SIrbaa Harka  Qalleeyyii Dhibee HIV  wajjiin jiraataniif  kennaa deegarsa midhaan  nyaataa Ruuzaa fi mi'eesituu  bajata 2% manaa kennaaf worra HIV wojjiin jiraatanii qabame irraa namoota  harka qalleeyii 10 kennaa raawwateera 

Related Post

Popular post