Thursday, June 25, 2026
Manni Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Malkaa Sirbaa Danbii kaffaltii Abbaa seerummaa irrattii hojjattoota manichaa ofisera seeraa Hojjattoota Mana galmeetiif akkataa danbii kaffaltii abbaa seerummaa irratti leenjii bal'aa karaa kabajamoo Abbaa seeraa Tafarraa Badaadhaatiin kenname