Marii Raawwii gabaasa kurmaanaa 3ffaa

user 24-Mar-2025 MMAKM Malkaa Sirbaa

Manni Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Malkaa Sirbaa Koree Bulchiinsaa raawwii gabaasa Kurmaan 3ffaa baatii 9  ilaalee hanqinnaalee fi ciminnaalee jiran erga ilaalee boodaa gabaasichb kara  mana murtii ol'aanaaf akka ergamu   koreen bulchiinsaa woliigalee murteesseera 

Related Post