Thursday, June 25, 2026
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Malkaa Sirbaa jaarsolii Mana Murtii Aadaa kutaa magaalichaatii hubannoo badhaa kenneef hanqinnaalee jiran akka fooyyefataniif kallattiin gara fuulduraa kaayameeraaf karaa kabajamoo pirezdaantii Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Malkaa Sirbaatiin kennameeraaf