Guyyaa 20/10/2016 Mannii Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa gamaggama Raawwii Hojii Waggaa marii hawasaa mana Murtii waliin gaggessee Jira.

user 20-Feb-2025 MMAKM Haruufaa

Gamaggama Raawwii Hojii kana hawaasni mana murtii Aanaa Kutaa magaalaa Haruufaa  irratti argamaniru. Waltajichaa haasawan Kan saaqan Kabajamoo Pireezidaantii Mana Murtii Aanaa Kutaa  Magaala Haruufaa  Kabajamoo Ad.  Munira Abdulqadir yoo ta’an, gabaasni raawwii Mana Murtiichaa   Ob.Caalaa  Milkeessootiin waltajiif dhiyaate jira. Haaluma kanaan,ergaa gabaasni dhiyaatee booda, gaaffii fi yaadni adda addaa hirmaattoota waltajjii irraa dhiyaateefii, deebiin itti kennameera. Gamaaggama kana irrattis rakkoolee, ciminaalee fi hanqinaalee mul'atan irratti mariin bilchina qabu irratti ergaa gaggeeffamee booda  waltajjicha ilaachisee kallattii fuula  dura Kara Pireezidaantii Mana Murtii Aanaa Kutaa  Magaala Haruufaa Kan Ta'an kabajamoo Ad. Muniraa Abdulqaadir  kennuun goolabameera.
Horaa Bulaa
                                                                  Haqaaf Haqaan Hojjanaa !!
                                                                   โœ“โœ“โœ“ mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa โœ“โœ“โœ“โœ“

Related Post

Popular post