Baga Geessan !

user 20-Feb-2025 MMAKM Haruufaa

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Marti Baga Ayyaana Masqalaa Bara 2017 tiin Isin Gahe
^^^^^^^^^^^^ππππππ^^^^^^^^^^^^
Ayyaanichi kan milkaa'inaa kan Gammachuu, kan jaalalaa fi kan Gammachuu  akka isiniif ta'u hawwaa irra deebiin Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa  baga ittin isiniin gahe isiniin jecha Hawwii keenya isiniin Ibsina.
โœ“โœ“โœ“Ayyaana Gaariiโœ“โœ“โœ“
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa

Related Post

Popular post