Thursday, June 25, 2026
Sanganticha irratti Abboottin Seeraa, of/seera fi Hojjattoonni Hundi Bakka argamanitti Affeeran Laaqanaa manichaan Taasifamee fi Jira.
Pirezedaantiin Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa Kabajamoo Addee Muniraa A/Qaadir saganticha irratti argamuun haasawa taasisaniin, milkaa'ina bara 2016 kana tajaajila abbaa Seerummaa argame akka ciminaatti qabaachuun, hanqinaalee hojii keessatti argaman maqsuun xiyyeeffannoo olaanaan akka irratti hojjatamu bara kana haala Gaarii hojiin mana keenyatti hojjatamee Kan nama boonsuu wan ta'eef hundii keessanu akka milkiin Kun argamuuf Kan Gahee baatan maraaf Galata Guda qabdu jechuun Ergaa dhamaniiru!
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa