Baga Bara Haaraa 2017 Nagaan Geessan!

user 20-Feb-2025 MMAKM Haruufaa

Baga Bara Haaraa 2017 Nagaan Geessan!
แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆ2017 แ‹“.แˆ แŠ แ‹ฒแˆต แ‹“แˆ˜แ‰ต แŠ แ‹ฐแˆจแˆณแ‰ฝแˆแข
Happy Ethiopian New Year!
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa  Ummataa Magaalaa Shaashaamannee fi Naannoo keenyaa baga bara haaraa 2017 isin gahe jechaa Barri Kun  kan Gammachuu, Kan Milkaa'inaa, Kan Jaalalaa,Kan Tokkummaa, Kan Guddinaa fi kan Milkaa'inaa akka isiniif ta’u hawwii qabu ibsina.Ayyaana Gaarii!!!
"Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalàa Haruufaa"

Related Post

Popular post