Thursday, June 25, 2026
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa kenniinsa tajaajila Waliigalaa irratti hawaasa Mana Murtichaa waliin marii gaggeesse.
(Ebla 28/2017,MMAKMH, ) Mannii Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa tti haala kenniinsa tajaajila Waliigalaa irratti hawaasa Mana Murtichaa waliin mariin bal'aan gaggeeffamee Oolee jira.
Marii kanaaniis karoora akka Mana Murtiitti qabame milkeessuuf ciminoota hanga ammaatti jiran itti fufsiisuun hanqinoota mul'atan irratti hojjachuun murteessaa ta'uu kaasuun yeroo itti Aanuu keessatti hanqinoota hojiilee keenya keessatti mul'atan qindoominaan irratti hojjannee sirreessuu qabna jechuun irratti waliigalanii kallattii fuula duraa kaayuun marichii goolabamee Jira.
#MMAKMH