Leenjiin Dandeettii Raawwachiisummaaย  Cimsu Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Shaashamanneetiif Kenname.

user 18-May-2025 MMO Magaalaa Shaashamannee

Leenjiin Dandeettii Raawwachiisummaa  Cimsu Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Shaashamanneetiif Kenname.

Caamsaa 09, 2017 Shaashamannee

••••••••••°••••••••••••••••••••••

Leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsu qindoominna MMO Magaalaa Shaashamannee fi ILQSOtiin Abbootii Seeraa MMO Magaalaa fi Manneen Murtii Aanaa Kutaa Magaalaatiif mata duree madaallii ragaa dhimmoota hawaasaa fi dhimmoota yakkaa,   falmii maatii irratti  leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsu  qopheessuudhaan Leenjisaa ILQSO kan ta'an Kabajamoo Obbo Jamaal Qumbii kennanii jiru.

Related Post

Popular post