Thursday, June 25, 2026
Baga gammaddan jechaa.. yaa'ii manneen Murtii Magaalaa Shaashashaamanneetti guyyaa 20/11/2016 geggeeffameen Mannii murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Haruufaa Rawwii hojii bara 2016 irrattin Rawwii glameessisuun Sadarkaa 1ffaa Xumure Jira hawasanii Mana Murtii keenyaa hunduu Baga gammaddan jechaa Geebnii guyyaa har'dhaa Mannii murtii keenyaa badhaffamee Kan hojjataan hunduu itti dhama'ee waan ta'eef hundii keessanuu Baga irraa deebiin gammaddan gammanne jedha.
Muniraa A/Abdulqadir Pir. Mana murtii Aanaa Kutaa magaalaa Haruufaa
Galatooma Horaa Bulaa Deebanaa!!