Thursday, June 25, 2026
Hubannoo Abbootii Dhimmaatiif kennamee.
=========================//========================
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa Gaafa guyyaa 1-3-2018 Abbootii dhimmaa tajaajilaaf gara Murtii dhufaniif karaa koree keessumeessa Mana Murtiichaatiin mata duree ibsa hubannoo haala keessumeessa abbaa dhimma bifa adda ta,een tajaajila hubannoo seeraa kennameera.