leenjiin Naamusaa labsii 215/2011 fi qaje. lakk 22/2015 akkasumas qaj lakk 24/2015 Hojjettottaa Bulchiinsaa MMAKMBG tiif keenname

user 05-Nov-2025 MMAKM B/Gurraachaa

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa Gaafa guyyaa 25-2-2018 leenjii Naamusaa hojjatoota bulchiinsaatiif labsii hojjatootaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk 215/2011 ,qajeelfama naamusa hojjatoota mootummaa naannoo oromiyaa  lakk 22/2015 fi qajeelfamaa lakk 24/2015 karaa QGNI Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Shashaashamannee Kabajamoo Addee Meetii Taaddalaa  tiin kennamerra, hirmattoonni leenjichaa yaadaa fi gaaffii kaasani  deebiin erga itti kenname boodaa kallatiin gara fulduraa karaa pirezidaantii Mana murtichaa Obboo Edaasoo Baamud kenname waltajjiin goolabamee jira

Related Post