Manneen Murtii Magaalaa Shaashaamannee gamaaggama raawwii kurmaana 3ffaa gaggeesse.

user 18-Apr-2024 MMO Magaalaa Shaashamannee

Manneen Murtii Magaalaa Shaashaamannee gamaaggama raawwii kurmaana 3ffaa gaggeesse.
_____

Ebla 9,2016 Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee gabaasa raawwii kurmaana 3ffaa dhiyeessee jira. Gabaasicha Kan dhiyeessan pirezdaantota manneen murtii aanaa yommuu ta'an, dhimmoonni xiyyeeffannoon itti kennamanii hojjatamaa jiran kanneen akka:-
โ— Dhaqqabummaa tajaajila abbaa seerummaa
โ— Qulqullina galmeewwanii
โ—Gaarummaa Bulchiinsa keessoo
โ—Itti Fayyadama TQO fi
โ—Naamusa hojjattootaa
โ—Raawwii hojii irratti erga dhiyaateen booda duub deebiin gabaasas pirezdaantii MMOM Shaashamannee Kabajamoo Obbo Yuusuf Qaalluutiin kennamee kallattiin fuulduras kaayamee goolabameera

Related Post

Popular post