Thursday, June 25, 2026
Leenjiin Naamusaa abbootii seeraa manneen murtii Ol`aanaa Magaalaa Shaashamannee , Pirezdaantota Aanaalee kutaalee magaalaa fi abbootii seeraa Manneen murtii Aanaalee hundaaf, mata dureewwaan Naamusa Ogummaa Abbaa seerummaa, Maalummaa Naamusa Ogummaa Abbaa seerummaa, Barbaachisummaa Naamusa Ogummaa Abbaa seerummaa fi Dambii ittigaafatamummaa Naamusaa Abbaa seerummaa irratti leenjiin karaa Qindeessaa Garee Naamusaaf Inspeekshinii Mana murtii Ol`aanaa Magaalaa Shaashamanneetiin kennameera.