Leenjiin TQO Hojjattootaaf Kenname

user 11-Feb-2025 MMO Magaalaa Shaashamannee

Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee Leenjii Dandeetti  Gabbisu hojjattoota Manneen Murtii Magaalaa Shaashamanneetiif Kenne.

Ammajjii 15,2017 Shaashamannee

Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee Leenjii Moosajii CAS irratti leenjii kennee jira. Leenjicha irratti Kan hirmaatan sadarkaa manneen murtii lamaanittuu Kan kenname yoo ta'u, Leenjiin kun hubannoo moosajii CAS irratti qaban daran gabbisuuf Kan ooluu fi akkaataa hanqinoota hojii irratti mul'atan maqsuuf gargaaran irratti leenjiin kennamee jira. Leenjicha irratti Kan hirmaatan Ofiseera Seeraa, TQO, Kutaa Galmee Cufamanii fi Ogeessa Opiiratera Scanner Sadarkaa MMO fi Manneen Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa dha. Leenjichis hanqinoota kanaan dura mul'ataa turan Kan furuudha.

Related Post